Biyyi oomisha boba'aan beekamtu Yunaayitid Arab Emireetis (UAE) jaarmiyaa boba'aa addunyaa- OPEC keessaa akka baatu ibsuun addunyaaf akkka salphaatti waan ilaalamu miti. Emireetonni bara 1971 biyya ta ...
Namni qawwee hidhatee sagantaa affeerraa irbaataa gaazexeessitoota dhimmoota Masaraa Mootummaa Ameerikaa 'Waayit Haawusif ' gabaasaniif qophaa'erratti dhukaasa bane nama Kool Toomaas Allen jedhama.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results