Waraanni US fi Israa'eel Iraan irratti banan marsaan kuni xumuramuun Waashington irraa dhagahame. Kibxata darbe waliigaltee dhukaasa dhaabuu torbeewwaniif tureen booda ministirri haajaa alaa US ...
Siidaan Luba Guddinaa Tumsaa Lixa Oromiyaatti ijaarame bakka maatiifi keessummoonni argamanitti eebbifame. Godinni Wallagga Lixaa fi Faawundeeshiniin maqaa isaaniin mogga'e akka beeksisetti, siidaan ...