Rakkoon umurii ganamaan nama mudatu mul'ata karaatti namaa hambisuun alattis yeroo tokko tokko caalaa nama cimsuun mul'ata ofiitti kan dhiyeessan fakkaata. Barataa Darajjee Sirneessaa ijoollummaa ...
Hawwii Kabaa jedhamti. Artistii ol adeemtuu fakkiiwwan gosa gara garaatiin beekamtii horataa jirtudha. Muka gubuun kan hojjetamu dabalatee akaakuuwwan fakkii kaasuu gosoota sadii hojjetti. Hojiileen ...